Joshua 24:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yoshuani waan biyyaani jed'e, Isani dandeetani AABBO Waaqa inhojattani; inni Waaqa qulqullo, daba keesanile isani inaraaramu. Hojja waaqa d'ibi isa biraani kad'attani, inni dandae inoobsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun bani'iin, «Inni Rabbi woyyu'uu fi Rabbii hinaafu waan ta'eef Rabbiin waaqeffachuu hin dandeettan; inni yakkaa fi cubbuu keessan isinii hin dhiisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun kolba'aan, «Mootiin Waan Maraa Waaqa woyyichaa fi hinaatticha waan te'eef, isa tajaajiluu hin dandeettanu; inni yakka'aa fi cubbuu teessan hin araaramu.