Joshua 24:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani waan biyyaani jed'e wonti AABBO Waaqi Israeli jed'u tana: Duri ababooti teesani galaana Frati gama suni teete waaqa d'ibi kad'atte. Ababoota teesani suni toko abba Abrahamutifi Nahori ka Tera jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun banii maraanuu, «Rabbi Waandhi Israa'elii akkana jedha, ‹Abboonni teessan Abrahaamii fi abbaan Naakoorii Taaraan dur laga Efraaxisii gamatti waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa turan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun kolbaa duudi'iin, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Bara durii abbootiin teessan ta laga Efraaxiisiitiin gama leetu waaqota dhibii waaqonfatte; isaan keessaa tokkochi Taaraanii abbaa Abrahaamiitii fi Naahorii ti.