Joshua 24:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani isa lakiftani waaqoota gosa d'ibiti hojattani, inni isaniti gaargale wo isani tolche isani balleesa, ato duri isaniti dansa sa tahelee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin dhiiftanii waaqolee tolfamaa kanniin yoo waaqeffattan, inni yoo hagamillee dur waan mishaa isinii godhe, amma deebi'ee waan hamaa isinitti fidee isin balleessa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin isa lakkittanee waaqota orma yoo waaqonfattane, inni dur dansaa isiniif te'ulle, waan hantuu isinitti fidee, isin hin balleessa» jedhe.