Joshua 24:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Yoosi Waaqoota gosa d'ibi ka isani qabdani kaani d'id'imati d'aa garaa tokooni AABBO Waaqa Israeliti ufi kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Amma waaqolee tolfamaa isin jidduu jiran uf keessaa baasa'aatii qalbii keessan gara Rabbii Waaqa keessanii deebisaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasuun kolba'aan, «Waaqota orma ka odduu teessan jiranu gata'aatii, gadhaa keessan gara Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii deebifadha'a» jedhe.