Joshua 24:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani dubbi tana kitaaba Seera Waaqa keesati t'aafe d'akha gudda toko fuud'e, fulla woyyuma ta AABBO Waaqa iti kad'attani mukha gudda toko jala old'aabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun seera kana maraa kitaaba seeraa irratti barreesse; kanaan maayessa dhagaa guddaa tokko fuudhee muka qilxu'uu ka mana woyyuu Rabbii bira jiru jalatti dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun ajajjoota tana kitaaba Seera Waaqaa keessatti barreesse; achiin duuba dhakaa guddaa tokko fuudhee, addee woyyittii Mootii Waan Maraa bira qilxaa jalatti dhaabe.