Joshua 24:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan biyya ch'ufaani jed'e, D'akhaani kunini d'uga nuu taha. Inni dubbi AABBO Waaqi nuni jed'e ch'ufa ya d'agaye. Tanaafi inni d'uga isani taha aka isani AABBO Waaqa keesani iti gargaltani imormanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun banii maraan akkana jedhe, «Dubbii Rabbi nutti hime maraa waan dhagayeeruuf dhagaan kun ragaa nutti ta'a; kanaafuu yoo Waaqa keessan gantan isin irratti ragaa ta'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa duudi'iin, «Dhakaan kun waan Mootiin Waan Maraa nu'utti dubbate, duudii waan dhage'eef, nu irratti dhugaa hin baya; tanaaf yoo Waaqa mormattane dhakaan kun isin irratti dhugaa hin baya» jedhe.