Joshua 24:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini Abrahamu ababo keesani lafa galaana Frati gamaati fuud'e, dura deeme lafa Kanaanitini d'ufe ilmaani heddu kenneefi. Anini Isaaqo isaa kenne,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
abbaa keessan Abrahaamiin laga gamatti biyya Kana'aanii keessatti isa woliin ta'ee fiixaa isaa baay'isee Yisaaqiin kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo abbaa keessan Abrahaam laga Efraaxiisiitiin gamaa fuudhee, biyya Kana'aanii duudii keessa isa sooressee, sanyii hedduu isaaf kenne. Ani isaaf Yisihaq,