Joshua 24:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani lafa inni d'aale Timnath-Sera, lafa gaareeni Efraimu ta gaara Gaashitini mirgati isa awaalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseeraa biyya gaaraa ta Efreemii gaara Ga'aasii ka gara mirgaatiin jirtu daangaa lafa isaatitti awwaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti lafa isaa ta «Tiimnat-Seraa» jedhantu, biyya koobittii Efreem keessaa ta gaara Ga'aashiitiin gara kaaba jirtutti awwaalane.