Joshua 24:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli haga Yoshuani jiru AABBO Waaqa hojatte, ammalle haga jaaroleeni ta waan AABBO Waaqi Israeli tolche ila ufiitini argite lafa jirtu, AABBO Waaqa hojatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Iyyaasuun jiraate maraa waan Rabbi worra Iyyaasu'uun maayessa jiran maraa godhe haga beekan bara jaarsotaa maraa keessatti Israa'el Rabbiin hin waaqeffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Iyaasuun jiru'uun jiru duudii kolbaan Israa'elii Waaqa waaqonfatte; du'a isaatille'een duuba, haga bara jaarsoleen waan Waaqi Israa'eliif godhe mara ila ifiitiin dhaggane jiranuutitti Waaqa waaqonfatane.