Joshua 24:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafele Yusufu, ta worri Israeli lafa Misiri keesa d'ufeeni, Shekemuti awaalani, fulla Yakobooni ilmaani Amori abba Shekemu, qarsi d'ibba tokotini iraa bite taani. Fullaani sunini qooda lafa ilmaani Yusufuti kennani keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafee Yooseefii ka ijoolleen Israa'elii biyya Misiriitii fidde, lafa Yaaqoob abbaa Seekeemii ka ijoollee Emoorii irraa hoolaa dhibbaan bite ka qonnaa keessatti Seekeemitti awwaalan; qonni sun ijoollee Yooseefiitii kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafeen Yoseefii ta Israa'elooti biyya Gibxi'iitii fidane, lafa diqqoo ta Yaaqoob ilmaan Hamoorii abbaa Sheekemii irraa meetii dhibba tokkoon bite, lafa sanyii Yoseefii keessatti awwaalante.