Joshua 24:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isaaqolee Yakoboofi Esau kenne. Esau, lafa Edomu ta gaareeni d'aala kenneefi, ammo ababooni keesani Yakobooni, ilmaani isaa woliini lafa Misiri d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaqiillee Yaaqoobii fi Eesawuu kenne; Eesawu'uu gaara Seeyirii kenneef; Yaaqoobii fi ijoolleen isaa garuu gara biyya Misirii gad bu'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaqiifille Yaaqoobii fi Esaawuu kenne; Esaawuuf biyya koobittii Se'iir kenne; Yaaqoobii fi ijoolleen isaa ammoo gara biyya Gibxi'ii gad bu'ane.