Joshua 24:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni anini Musafi Haruni erge, lafa Misiri gaargala gudda iti buuse keesaa isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu Muuse'ee fi Aarooniin isaanitti ergee worra biyya Misirii isaan jiddu'utti bala'aan dhayee achi keessaa isaan baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron gara biyya Gibxi'ii ergee, biyya Gibxi'ii irratti balaa guddaa buuse; isin ammoo achii baase.