Joshua 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa lafa ch'ufaa isani dura galaana Yordani taaka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduundhi waada'aa ka Rabbii Gooftaa ardii maraa isin afoo gara Yoordaanosii lufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqi Gondooroo Goottaa lafa duudi'ii isiniin dura laga Yordaanosii gamatti hin bu'a.