Joshua 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan isani taatani, gosa Israeli kud'ani lamaani keesa nama d'iira toko fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee gosa Israa'elii maraa keessaa namoota kudha lamaa filadhaa'a; gosa maraa keessaa nama tokko tokko haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre amma gosoota Israa'elii tokko tokkooyyuu keessaa nama tokko tokko fila'aatii, nama kudhanii lama dhikeessa'a.