Joshua 3:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja qaaloleeni ta Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa lafa ch'ufa, baatu, miila bisaani galaana Yordani keesa d'aabatu, galaani sunini yau lakise ammalle bisaani gubbaa gabuani fulla tokoti wolti deebiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lutti gadoota saanduuqa waada'aa ka Rabbii Gooftaa ardi'ii fi samii uumee baadhatanii Yoordaanosiin keessa hennaa dhaabatan, bisaan Yoordaanosii ka gubba'aa bu'u yookaan ka yaa'u citee akka tullu'uutitti dhaabata; bakka tokkotti wolitti qabama.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa goottaa lafa duudi'ii ba'atane, akkuma isaan faana miila ifii bisaan keessa keyaneen, lagi Yordaanosii yaa'iisa hin lakkisa; bisaan gaara irraa gad yaa'iisatti jirulle gargar citee, eelee tuulama» jedhe.