Joshua 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi gaafa mid'aani murani ka galaani fach'au. Duuba hojja biyyiti galaana Yordani taakiti kaate, qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa baatu, worra dura dabarte. Akuma qaaloleeni bisaani galaana duuddeeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa baniin Yoordaanosiin ceeyu'uuf daasee ufii keessaa gad yaa'an worri gadootaa ka saanduuqa waada'aa baatan banii afoo deema'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa kolbaan Israa'elii laga Yordaanosii bu'iisaaf addee qubatanee ka'ane, hayyooti Saanduqa Gondooro'oo ba'atanee isaaniin dura deemane.