Joshua 3:15 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ji'oota gannaa maratti lanni Yoordaanosii guuteera; akkuma worri saanduuqa waada'aa baadhatan laga bira gayanii lukaan tuqaniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lagi Yordaanosii yennaa midhaan galchanu guutee danbala'a; hayyooti Saanduqa Gondooro'oo ba'ataneeranu laga Yordaanos geyanee akkuma faanti miila isaanii bisaan tuxxeen,