Joshua 3:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galaani yau lakise, bisaani fulla dira Adamu, ka d'aatu Sarethaniti wolti deebiani. Bisaani qara gara galaana Sooda yaanileeni ch'itani, biyyiti d'aatu dira Yerikotini taakite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bisaan yaa'uu dhiise; Tsarta'atitti qachaa Aadam jedhamtee waamamtuutitti tuulamee wolitti qabame; bisaan gara Arabaa, gara galaana sooqiddaa jigu, sirima dhaabate; baniinillee kolba Iyyaariko'ootiin gama ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
bisaan gaara irraa gad yaa'u dhaabbatee, fagaatee haga qachaa Adaamii ka qachaa Zaaretaanii biraatitti eelee tuulame. Bisaan gara Abbaayaa Arabaayii dabaree gara «Abbaayaa Sooddaa» jedhantuutitti yaa'u ijjumaa cite. Tanaaf kolbaan gara Yeriko'oo gamatti buute.