Joshua 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani lafa tana fuula imbeetani tanaafi worri ha isani dura yae kara isani garsiisu, ammo Sanduqa Wold'aqisati ind'iaatina, ejata kuma toko hanqad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fageenni worra saanduuqa waada'aa baadhataniitii fi isin jidduu jiru haga ciqilee kuma lamaa haa ta'uu; isin duraan karaa kana deemtanii waan hin beenneef karaa deemtan akka beettaniif gara worra saanduuqa waada'aa baadhatanii deeman fago'oo laalaa malee itti hin dhiyaatinaa'a» jedhanii ajajan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin tanaan qara addee tana waan hin beenneef, karaa deentanu isaan isinitti hin mudhisan. Teetuu malee Saanduqa Gondooro'ootitti hin dhikaatina'a; isinii fi Saanduqa Gondooro'oo wodhakka'atti fageenni gara kiiloo meetira tokkoo jiraatuu ti» jettee ajajje.