Joshua 3:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Yoshuani waan qaaloleeni jed'e, Sanduqa Wold'aqisa fuud'a, biyya dura yaa. Duuba worri Sanduqa Wold'aqisa fuud'e biyya dura yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun gadootaan, «Saanduuqa waada'aa baadhadha'aatii banii afoo lufaa» jedhee isaanitti hime; isaanillee saanduuqa waada'aa baadhatanii banii afoo lufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasuun hayyootaan, «Saanduqa Gondooro'oo fuudha'aatii kolba'aan dura deema'a» jedheen. Isaanille Saanduqa Gondooro'oo fuudhanee kolba'aan dura deemane.