Joshua 3:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Anini arra gumi Israeli ch'ufa durati si guddisa, akanaani nami ch'ufti aka anini akuma Musa wahelche sillee wahelchu beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Iyyaasu'uun, «Akkuma Muusee woliin ture si woliinillee jiraachuu kiyya akka beekan adha ani Israa'eliin afo'otti sii kabajjuu jalqaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Iyaasu'uun, «Muusee woliin akkuma jiraadhe si wolille'een jiraatuu kiyya Israa'elooti marti akka beettu, ani adha isaan duratti si guddisiisuu jalqaba.