Joshua 3:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle qaalole ta Sanduqa Wold'aqisa baatuni waan jettu, Hojja isani afaani galaanatini baatani, qotuma bisaani ejaanja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee gadoota saanduuqa waada'aa baadhataniin hennaa laga Yoordaanosii bira geettan, laga Yoordaanosii keessa dhaabadhaa'a jedhii isaan ajaji» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyoota Saanduqa Gondooro'oo ba'atanuun, ‹Yennaa qarqara laga Yordaanosii geettane, bisaan keessa seena'aatii dhaabbadha'a› jedhiin» jedhe.