Joshua 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga wonti ch'ufti ka AABBO Waaqi Yoshuani biyyati himi jed'e taatu, qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa baatu wod'aka Yordani keesa ejaanjite, akuma Musani Yoshuani jed'e kaani. Biyyiti arifate galaana taakite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Muuseen Iyyaasuu ajaje, Rabbi Iyyaasu'uunillee bani'itti akka himu waan isa ajaje maraa haga raawwatutti gadoonni saanduuqa waada'aa baadhatan Yoordaanosiin keessa waan dhaabataniiraniif baniin daddafee ceeye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kolba'aaf himu Mootiin Waan Maraa akkuma Iyaasuu ajajetti, wonni marti haga muummottutti hayyooti laga Yordaanosii wodhakkaa dhaabbattee turte. Wonni Muuseen Iyaasuu ajajelle tanuma. Kolbaalle ariiti'iin lagaan gamatti buute.