Joshua 4:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni AABBO Waaqi worra Israeli ch'ufa durati Yoshua guddise; akuma duri Musa d'eetani saalfatanifi Yoshuale haga inni jiru ch'ufa d'eetani saalfatanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san Rabbi Iyyaasuu banii Israa'elii afo'otti gaachena kenneef; akkuma Muusee sodaata'aa turanitti bara jireenna isaa maraa isa sodaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii duudii duratti Iyaasuu guddise. Isaanille akkuma Muusee ulfeessane, bara jiruu isaa mara isa ulfeessane.