Joshua 4:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Yoshuani qaaloleeni, galaana Yordani keesaa baha jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee gadoonni Yoordaanosiin keessaa akka bayan isaan ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Iyaasuun hayyootaan, «Laga Yordaanosii keessaa baya'a» jedhee ajaje.