Joshua 4:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akuma qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa baatu galaana Yordani keesaa baate miili worraa lafa goddu ira ejatteeni, bisaani Yordani, akuma qara kaani, fulla ufi ta duriti deebiani fach'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni saanduuqa waada'aa ka Rabbii baadhatanii Yoordaanosiin keessaa haga bayan lutti gadootaa lafa gogaa ijjachuu jalqabnaan lanni Yoordaanosii hulee ufiititti deebi'ee akkuma duraatitti guutee yaa'uu jalqabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa ba'atteertu laga Yordaanosii keessaa baatee, miilli isaanii lafa godduu irra yennaa ijjate, lagi Yordaanosii addee ifiititti deebi'ee, akkuma durii guutee danbala'e.