Joshua 4:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti Yoshuani d'akhaye kud'ani lamaani taani ta Yordani keesa guurani old'ad'aabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun dhagaawwan kudha lamaa Yoordaanosiin keessaa fuudhan sanniin Gelgelaa keessatti dhaabee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun dhakaa kudhanii lama ka laga Yordaanosii keessaa fuudhame Giilgalitti dhaabee,