Joshua 4:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettanini, Gochiti Israeli lafa goddu ira yaate, Yordani taakite;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkana jettanii isaanitti himtan; Israa'el Yoordaanosiin keessa lafa gogaa irra ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin, ‹Kolbaan Israa'elii laga Yordaanosii kana keessa lafa godduu irra buute.