Joshua 4:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi AABBO Waaqi haga isani dabartaniti bisaani isani dura gorse lafale gossa, jed'e akuma inni duri galaana Diima gosse, nu taakine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga nu ceenuuf Rabbi Waandhi keessan galaana diimaa afoo keennaa akkuma gosse akkasuma haga isin ceetanitti Rabbi Waandhi keessan laga Yoordaanosii afoo keessanii gosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan haga nuuti buunutti Abbaayaa Diintuu nuuf gosse; isinille'eef haga isin buutanutti Mootiin Waan Maraa Waaqi keessan bisaan Yordaanosii gosse.