Joshua 4:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani nami lafa gubba jiru ch'ufti, aka AABBO Waaqi jabaa beekha; duuba haga jiru jireenna AABBO Waaqa d'eetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunillee akka harki Rabbii jabaa ta'e ormi lafa irraa maruu akka beekan, isinillee Rabbii Waaqa keessan haga bara baraa akka sodaattaniif» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf kolbaan lafa irra jirtu duudiin hunni Mootii Waan Maraa attam guddoo akka teetee hin beetti; isinille Mootii Waan Maraa Waaqa keessan haga bara baraa hin ulfeessitan› jedha'aan» jedhe.