Joshua 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba waan jettuuni, d'akhaye kud'ani lama wod'aka Yordani, fulluma qaaloleeni qara ejaanjite guura, yaani, fulla eddantana bultani naqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee Yoordaanosiin keessa lutti gadootaa dhaabatee dhagaawwan kudha lamaa fuudha'aa hulee adha galgala bultan kaayaa'a jedhii isaan ajaji» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
laga Yordaanosii wodhakkaa addee miilli hayyootaa dhaabbateeruun dhakoota kudhanii lama fuudhanee, addee edana bultanutti akka dhaabanu ajaji» jedhe.