Joshua 4:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Beena Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa keesani dura galaana seena. Isani namu d'akha toko gurmuti baad'a, aka henna gosa Israeli kud'ani lamaani gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Iyyaasuun akkana isaaniin jedhe, saanduuqa waadaa Rabbii Waaqa keessanii afoo Yoordaanosiin keessa lufaa'a; isin keessaa namoonni maruu haguma laakkobsa gosa ijoollee Israa'eliitiin dhagaa tokko tokko gurmu'utti haa baadhatanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin, «Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraa Ka Waaqa keessaniitiin dura tara'aatii, haga laga Yordaanosii wodhakka'aa deema'a. Akka laakkossa gosoota Israa'eliititti tokko tokkoon keessan dhakaa tokko tokko fuudha'aatii, gurmuu teessan irratti kaafadha'a.