Joshua 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan jettanini, Bisaani Yordani yau lakisani hojja Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa galaana Yordani taake. Tanaafi d'akhayeeni tunini waan suni worra Israeli qaabsifti haga jiru jireenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isin ‹Saanduuqa waadaa Rabbii afo'oo lanni Yoordaanosii waan citeef; dhagaawwan kunniinillee ijoollee Israa'eliitiif yaadannoo baraa haga bara baraa isinii ta'a› » jettanii isaanitti himtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin, ‹Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraa laga Yordaanosii yennaa bu'e, bisaan Yordaanosii gargar cite; tanaaf dhakooti kun kolbaa Israa'eliitiif haga bara baraa yaadannoo hin te'a› jettanee itti hintan» jedhe.