Joshua 4:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani d'akhaye kud'ani lama wod'aka Yordani keesa, fulla qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa baatu taani ejaanjite, old'ad'aabe. (D'akhayeeni suni haga arrale achuma jirti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee hulee lutti gadoota saanduuqa waadaa baadhatanii dhaabatanitti Yoordaanosiin keessa dhagaawwan kudha lamaa sanniin dhaaban; dhagaawwan kunniin haga adhaa hulema san jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuulle dhakoota kudhanii lama laga Yordaanosii wodhakka'atti addee miilli hayyoota Saanduqa Gondooro'oo ba'atane dhaabbatetti dhaabe. Dhakooti sun haga adhalle achuma jiran.