Joshua 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti Amori ch'ufti ta lafa Yordani ila adu jirtu, ammalle hayyooti Kanaani ta galaana d'aatu teetu, aka AABBO Waaqi galaana Yordani gosse, worri Israeli taake d'ageete jennaani maro gosa Israelitiifi aka taka inargini naate lubbuuni d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni worra Amoorotaa ka gara dhiyaatiin Yoordaanosiin gama jiran maruu, mootonni worra Kana'aanii ka galaana ladda jiran Rabbi ijoollee Israa'elii haga isaan laga Yoordaanosii ceeyanitti akka laga gosse haga dhagayan guddisanii nayan; waan ijoollee Israa'elii ka dhagayan saniif namni hin naayin tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi Amoorotaa worri laga Yordaanosiitiin gama gara aduun seentuu jiru duudi'ii fi moototi Kana'aanotaa worri irga abbaayaa Mediteraaniya'aa jiranu duudiin, haga kolbaan Israa'elii laga Yordaanosii buutu akka Mootiin Waan Maraa laga gosse yennaa dhage'ane, sodaatanee akka gaga'aa baqane; isaan sababa Israa'elootaatiif jajjabeenna dhabane.