Joshua 5:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yoshuani d'aatu Yeriko jiru, inni olmillate, nama toko ka goraade harka qabu arge, kae gara isaa d'aqe waan jed'eeni, Atini nama keenna mo nyaapa keenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun uduu Iyyaarikoo bira jiru ol yoo laalu nama tokko ka guraadee harkaa qabu ka isa afoo dhaabatu arge; Iyyaasuun gara isaa dhiyaatee «Ati gara keenna mo'o gara diintota keennaati?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun qachaa Yeriko'ootitti yennaa dhikaate, nama shallaagaa buqqifatee dhaabbateeru tokko ifiin duratti dhaggee, gara isaa dhaqee, «Ati gara keenna moo gara diina keennaa ti?» jedhee gaafate.