Joshua 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guddaani duula AABBO Waaqa waan Yoshuani jed'e, Kobe baafad'u fullaani atini ejitu tunini fulla qulqullo. Yoshuani akuma jed'aniini tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchaan duula Rabbiillee Iyyaasu'uun «Huleen ati dhaabatte sun woyyittii waan taateef kophee luka kee irraa baafadhu» jedheen; Iyyaasuunillee akkasuma godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajajaan loltoota Mootii Waan Maraa deebisee Iyaasu'uun, «Addeen ati dhaabbatteertu tun woyyittii waan teeteef, kophee teeti baafadhu» jedhe. Iyaasuulle akkasuma godhe.