Joshua 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, D'akha guraacha jajaba haadu mid'aasi worra Israeli ka qabanqaba inqabatini qabiifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi Iyyaasu'uun, «Dhagaa cabbi'ii ka qara qabuun ijoollee Israa'elii lammeessoo isaan gadoomsi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa Iyaasu'uun, «Dhakaa qara qabu qopheeffadhuutii ammalle ilmaan Israa'elootaa haqanqabaa qabi» jedhe.