Joshua 5:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti Yoshuani worra qabanqaba qabeefi tana: Nami d'iira ka lola guutu, ka lafa Misiri keesa bahe yayu karaati lafa aloo keesati hobae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Iyyaasuun banii gadoomseef waan worri dhiiraa ka biyya Misiriitii bayan maruu lafa gammoojji'iititti dhumaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Iyaasuun isaan haqanqabaa qabeef kana: namooti biyya Gibxi'iitii bayane marti, dhiirti worri woggaan isaanii duulaaf geye duudiin, biyya Gibxi'iitii bayanee adoo goomolee keessa deemanuu du'ane.