Joshua 5:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani d'iira ta worra suni taka qabanqaba inqabanne, tanaafi Yoshuani worra kana qabanqaba qabeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka isaanii ijoollee isaanii kaase; kunniinillee worra karaa irratti dhalatan worra hin gadoomne waan ta'aniif Iyyaasuun isaan gadoomse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun ijoollee Mootiin Waan Maraa addee abbootii isaaniititti kaase haqanqabaa qabe; isaan karaa irratti haqanqabaa waan hin qabatiniif, haqanqabaa qabatanee hin jiranu.