Joshua 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Anini arra waan worri Misiri isaniini miid'u ya isani iraa balleese. Tanaafi fulla suni maqa Gilgali baasani, fulla suni arrale Gilgaluma jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Iyyaasu'uun, «Ani adha fafa biyya Misirii isin irraa gara galcheera» jedheen; kanaafuu maqaan hulee sanii haga adhaa Gelgelaa jedhamee waamama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Iyaasu'uun, «Ani adha salphinna keessan ka biyya Gibxi'ii keessaa isin irraa konkolaachise» jedhe. Tanaaf maqaan addee sanii haga adhaa, «Giilgal » jedhame.