Joshua 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni biyya Sanduqa Wold'aqisa baatuni, maro toko dira mara jed'eeni worri mare dachae bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duulli kun hennaa tokkoof saanduuqa waadaa Rabbii qabatanii qachattii keessa naannayanii hulema duraatitti deebi'anii achuma bulan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraa yennaa tokko qachaa akka maru godhe. Achiin duuba isaan addee quttumaatitti deebi'anee achi bulane.