Joshua 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya lameesole maro torba dira ira marani bulti dachaani. Guyya jaa akanuma tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa lammeesso'ootittii haga guyyaa jahaa qachattii keessa naannayanii gara gandaa deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo yennaa tokko gogeessaan qachaa maranee, addee quttumaatitti deebi'ane; haga guyyaa jaa akkasuma godhane.