Joshua 6:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya torbeeso baraaqa lafaa kaani, akuma kaani dira ira marani, ammo guyya suni maro torba marani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa torbeesso'oo akkuma lafti gagaarratteen ka'anii akkuma duraanii harka torbaa qachattii irra naannayan; guyyaa san harka torbaa qachattii irra naannayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa torbeesso'ootitti barii yennaa boruun dayya'u ka'anee, akkuma qaraa yennaa torba qachaa marane; guyyaan isaan yennaa torba gogeessaan qachaa cinaa marane gaafa kana qofa.