Joshua 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ka maro torbeeso maru jirani qaaloleeni magalata d'oofte jennaani Yoshuani waan biyyaani jed'e, Iyya, AABBO Waaqi ya dira kana isanii kenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka torbeesso'ootitti hennaa gadoonni xurumbaa afuufan Iyyaasuun bani'iin «Rabbi qachattii isinii kenneeraa iyyaa'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Martoo torbeesso'ootitti yennaa hayyooti tultullaa afuuttu, Iyaasuun kolba'aan, «Mootiin Waan Maraa qachaa kana waan isiniif kenneef iyya'a!