Joshua 6:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan balleesu malani tokole infud'atina. Yo fud'attani gaargalafi badi worra Israelitini d'uftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu waan Israa'eliin irratti rakkinnaa fi badii fidu wonta baduu barbaachisu kanniin hawwitanii akka hin fudhanne uf eegaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo quttuma Israa'elootaatitti rakko'oo fi badii akka hin finne waan ijjumaa balleeffamuu qabu fudhatiisa irraa ifi eeggadha'a.