Joshua 6:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachani mid'aasani ya AABBO Waaqa olkayani, ha fulla miha AABBO Waaqa olkayaniti olkayani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu birrii, worqii, sibiila diima'aa fi meeshaan sibiilaa maruu ka Rabbiif fooyame ta'ee mana meeshaa Rabbiititti haa galuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meeti'ii fi worqiin, mey sageettu'uu fi sibiila irraa hujame marti Mootii Waan Maraatiif ka woyyoomane waan te'aneef addee karra Mootii Waan Maraatitti maffamuu qaban» jedhe.