Joshua 6:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Anini dira Yerikotifi hayyufi askarti isaa jajannale harka kanketiti kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Iyyaasu'uun akkana jedhe, «Iyyaariko'oo fi mootii isi'ii, worra jajjabaa hunna qaban sii kenneeraa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Iyaasu'uun, «Ilaa, ani qachaa Yeriko'oo, mootii isaatii fi loltoota isaa woliin harka keetitti dabarsee kenneera.