Joshua 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaaloleeni magalata d'oofte, biyyiti akuma qonqo magalata suni d'ageeteni lalabde iyyite, naaboni dira suni ch'ach'abde qaqarite. Duuba askartini ch'ufti gaara korte, dira fud'atte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf xurumbaan afuufame; baniin hennaa laagaa xurumba'aa dhagayan guddisanii iyyan; kaloonillee hin diiggame; baniin maruu gara qachaa isaan afoo jiruu dhaqanii qachattii san fudhatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre hayyooti tultullaa afuutte. Kolbaan akkuma tultullaa dhageetteen, qoonqoo guddo'oon iyyite; dalleenni qacha'aalle jige. Achiin duuba kolbaan sun nami tokko tokkonuu fuula ifii duraan gara qacha'aa seenee qabate.