Joshua 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Goraade ufiitini worri nama dira suni keesa jiru ch'ufa fit'e diqaafi guddafi d'iiraafi nad'eenile. Ammalle worri looni, ree, harrele ch'ufa fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra qachattii san keessa jiran maraa dhiira, intala daa'imman, jaarsota, sangaa, hoola'aa fi harree guraade'een sirima fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan qachaa san keessa jiru duudii dhiiraa fi dubartii, dargaggootaa fi jaarsolee, loon, hoole'ee fi harree shallaaga'aan ijjeesiisaan Mootii Waan Maraatiif murteessane.